AALAM TRAVEL & EXPLORATION
Hegere (Imala Hundeeffamaa)
Hundeeffamaan Aalam Media Misbah Sheikh Husein iddoowwan seena qabeeyyii, aadaa fi jireenya hawaasaa daawwachuun mudannoo isaa dhalootaaf dhiyeessa.

Suuraa: Aalam Hegere TeamMadda: Internal
Harar, Bale fi Adaamaa·2026-09-10
Imala Hundeeffamaa: Bakka Seenaa fi Aadaa Oromiyaa Qorachuu
Hundeeffamaan Aalam Media Misbah Sheikh Husein iddoowwan seena qabeeyyii daawwachuun qorannoo fi waraabbii qophii daawwannaa taasise.
Yaada Misbah Sheikh Husein:
"Aadaan keenya gabbataadha; Islaamummaan miidhagina dabalataaf. Bakka hunda deemnee dhugaa jiru hawaasa addunyaaf mul'isuun gahee keenya."
